Sochiin Hojii Paarkiiwwan Industirii Jajjabeessaadha-Gorsitoota Dhimma daldala alaa Ameerikaa - ENA Afaan Oromoo
Sochiin Hojii Paarkiiwwan Industirii Jajjabeessaadha-Gorsitoota Dhimma daldala alaa Ameerikaa

Itiyoophiyaatti Gareen Gorsitootaa Dhimma Daldala Alaa Embaasii Ameerikaa Sochii hojii Paarkii Industirri Hawaasaa Daawwateera.
Gorsitoonni Kunneen Sochii Hojii Paarkii Industirichaa Keessa Jiru daawwachuun alatti Abbootii Qabeenyaa Paarkicha Keessa Jiru Waliin Mari’ataniiru.
Abbootiin Qabeenyaa Idil Addunyaa 22 Paarkii Industirii Hawaasaa Keessatti Invast Gochuun Namoota Kuma 27 Oliif Carraa Hojii Dhaabbataa fi Kan Yeroouumaniiru.