Qorataan dhimmoota Naannoo kan ta'an doktar Tawaldebiraan Gabre Igzi'aabeer addunyaa kanarra boqotan.

Bitootessa 12/2015(TOI) - Qorataan dhimmoota Naannoo kan ta'an doktar Tawaldebiraan Gabre Igzi'aabeer addunyaa kanarra boqotan.

Doktar Tawaldebiraan Gabre Igzi'aabeer dhimmoota naannoo irratti qorannoowwan beekamoo hedduu kan hojjetan yoo ta'u, qorannoo baayoo daayivarsiitii irratti hojjetaniin sadarkaa idil addunyaatti badhaasoota hedduu argataniiru.

Qorataan beekamaan dhimmoota naannoo Doktar Tawaldebiraan Gabre Igzi'aabeer addunyaa kanarraa du'aan boqochuu isaanii maatiin isaanii TOItti himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015