Ijaarsi pirojektii Adwaa Zeeroo waggaa dhufu baatii Onkoloolessa akka xumuramu ibsame

Guraandhala 20/2015 (TOI)- Ijaarsi pirojektii Adwaa Zeeroo baatii Onkoloolessa bara 2016 akka xumuramu ibsame.

Waajjirri ijaarsa pirojektoota gurguddoo Finfinnee raawwii ijaarsa pirojektoota meeggaa ijaaraman ilaalchisee ibsa gaazexeessummaa kenneera.

Daarektarri bulchiinsa kontiraataa waajjirichaa Injiinar Daawiit Xibabuu pirojektiin Adwaa Zeeroo hatattamaan hojjetamaa akka jiruu fi ijaarsisaa ijaarsisaa dhibbantaa 78 tuqaa 2 xumuramuu ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015