Lammiileen Itoophiyaa Nayjeriyaa jiraatan hidha guddicha itoophiyaaf boondii bitan

79

Finfinnee Hagayya 21/2012(TOI)- lammiileen Abuujaa Nayjeeriyaa jiraatan ijaarsa hidha haromsaaf boondii bituuu isaanii Ministeera Dhimma Alaatu beksise.

Lammilee itoophiyaa Abujaa jiraatan,dhalattoota itophiyaa fi hojjettoota embaasii itophiyaatu boondii doolaara kuma 14 bite.

Deegrsa keenya hidha haromsa keenyaa hirmaannee xumuura mata duree jedhuun bittaan boodnii ifoomee jira.

Hanga xumuuraatti deegarsa keenya cimsinee itti fufnas jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015