Namoota ijaarsa daandii adabaabayii masqalaa geggeessaa jiran galateeffatan-Ministirri Muummee Dr.Abiyyi

61

Finfinne Hagayya 15/2012(TOI) - Naamusa hojii cimaan jabaatanii hojjechuufi hojiitti dhimmamuun utubaa milkaa’inaati jedhan Ministirri Muummee Doktar Abiyyi .
Warra hojiin Addabaabayii Masqalaatti hojjetamaa jiru yeroo kaa'ameef keessatti akka xumuramuf dhiiraa dubaraan halkaniifi guyyaa hojjettaniif galannikoo isin haagahu jechuun ergaa fuula feesbuukii isaaniirratti maxxansaniin dabarsanii jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015