Ijeensiin Dhiyeessii Qorichaa Itiyoophiyaa ittisa COVID-19f meeshaalee oolaan adda addaa raabsu beeksise

72

Finfinnee, Hagayya 9/2012 (TOI) -Ijeensiin Dhiyeessii Qorichaa Itoophiyaa duulaa ittisa COVID-19f galteewwaan oolaan meeshaalee Birrii miiliyoona 4 fi kuma 900fi kuma 55 fi 646ti tilamaamu raabsu beeksise.

Akkaatan raabsa meeshaalee kanaas dameelee Ijeensii kanaa 8’fi Inistitiiyuuti Fayyaa Hawaassa Itiyoophiyaatiin naannolee hundaafi bulchiinsa magaaloota lamaaniif kan raabsamu ta’aa jedhame.

Meeshaaleen raabsaman kunniin haguggii fuulafi funyaanii, Saanitaayizarii, pilaastikii haguggii fuulaa fi kanneen biroo ta’uus ibsameera.

Karooraa duulaa namoota kuma dhibbaa qorachuuf qabameen Adoolessa 1 bara 2012 irraa eegale raabsamu eegalu Ijeensiin kun beeksisera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015