Namoonni dabalataa 190 vaayirasii koronaan qabamanii, namoonni 5 immoo du’an

55

Finfinnee Waxabajjii 2/2012(TOI)- Qorannoo saa’aatii 24 darbe keessatti namoota 4599 taasifameen namoonni dabalataa     vaayirasichaan qabanam jedhe Ministeerri Fayyaa.

Waligalatti lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamanii  2336  gahee jira.

Namoota haaraa qabaman keessaa 135  dhiiraa  55   immoo dubartoota jedhame.

Umriidhan waggaa  1  hanga  89   ti jedhame.

Lammummaadhan namoonni hundinuu   lammii itoophiyaati.

waligalaan namni 379   dandamatan.

Sa’aatii 24 keessatti namni 5 kan du’an yoo ta’u waligalatti lakkofsi namoota du’anii  32 gahee jira  jedhame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015