Muummeen ministiraa Dooktar Abiyyi Ahimad hoggansaa fi miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari'atan

121

Finfinnee, Gurraandhala 30/2012 (TOI)  Muummeen ministiraa Dooktar Abiyyi Ahimad hoggansaa fi miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI waliin mari'atan.

Raayyaan ittisaa jaalalli biyyaaf qabu adda kan jedhan dooktar Abiyyi, waan qaban maraa biyya isaanitiif laachuuf qophaa'odhas jedhaniiru.

"Mariin har'a hoggansaa fi miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin taasise raayyaa itttisaarratti amantaan qabu kan naaf dabaleedha" jedhan. 

Hojiilee jijjiirramaa ministeerichaarrattis mari'atameera. 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015