Itiyoophiyaan Miseensa Koree Hambaalee Addunyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinisii Fi Aadaa Ta'uun Filatamte - ENA Afaan Oromoo
Itiyoophiyaan Miseensa Koree Hambaalee Addunyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinisii Fi Aadaa Ta'uun Filatamte
115
Korichi yaa'ii waliigalaatiin kan filataman bakka buutota miseensota biyyoota 21 qaba.
Korichi hambaalee (addunyaa fi baduuf dhiyaatan) galmaa'uu qaban adda ni baasa, hambaalee addunyaa jechuun maal jechuu akka ta'e tarreessee ni kaa'a, deeggarsa maallaqaa gaaffii dhiyaatufiin ni laata.
Itiyoophiyaan miseensa korichaa taatee kan filatamte waggoottan arfan itti aananiifi.
Itiyoophiyaan boordii hoji raawwachiistuu fi miseensa koree hambaalee addunyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinisii fi Aadaa ta'uudhan kan tajajailtu ta'a.