Tamsaasa Kallatti:

Mariin hawaasa Godinaalee Wallaggaa 4'n hirmaachise Magaalaa Naqamteetti geggeeffamaa jira

Finfinnee Onkololeessa 20/2012 (TOI) Mariin Nageenyaa bakka bu'oota hawaasa Godinaalee Wallaggaa 4'n hirmaachise Magaalaa Naqamteetti taa'amaa jira.

Marii kanarratti Miseensi Koree Hojii Raawwachiiftuu ODP fi ADWUI, Obbo Fiqaaduu Tasammaatu mariisisaa jiru.

Marii kanarratti Kantiibaan Magaalaa Naqamtee Obbo Badhaasaa Jinfeessaa Oromoon duudhaa qabuun akkumma walta'uun waanjoo gabrummaa jikse rakkoo jiru ilaaf ilaameen furuu qabna jechuun tokko ta’uun rakkoo furuun akka danda’amu ibsaniiru.  

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015