Sabaa Fi Sablammoonni Addaddaa Ayyaana Irreechaa Ummata Waliin Kabajan - ENA Afaan Oromoo
Sabaa Fi Sablammoonni Addaddaa Ayyaana Irreechaa Ummata Waliin Kabajan
60
Finfinnee Fulbaana 24/2012 (TOI) – Ayyaana Irreechaa waggaa 150 booda yeroo jalqabaaf magaalaa Finfinnee Hora Finfinneetti kabajame sabaa fi sablammoonni addaddaa biyyattii keessatti argaman Ummata Oromoo waliin kabajaniiru.
Kabaja ayyaana kanaa suuraadhaan isin biraan geenyeerraatii daawwadhaa.