Muummeen ministiraa uummata magaalaa Dassee waliin mari'achaa jiru

84

Finfinnee Waxabajjii 8/2011 Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ummata magaalaa Dassee waliin mari'achaa jiru.

Waltajjicharratti itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makonnon, preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Ambaachoo Makonnon bakka buutonni hawaasaa, maanguddoonni, abbootiin amantaa fi hooggansi naannichaas  argamaniiru. 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015