Obbo Dammaqaan aanaa Maqdalaatti bu'uuraalee misoomaa hojjetaman daawwachaa jiru. - ENA Afaan Oromoo
Obbo Dammaqaan aanaa Maqdalaatti bu'uuraalee misoomaa hojjetaman daawwachaa jiru.

Amajjii 28/2015 (TOI) - Itti Aanaan Ministira Muummeefi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Godina Walloo Kibbaa aanaa Maqdalaatti bu'uuraalee misoomaa hojjetaman daawwatan
Sagantaa daawwannaa kanaan aanichatti giddugala da'umsa Haadholii ijaarrame eebbisiisaniiru.
Sirna eebbicharratti hoggantoota godinaalee fi keessummoonni waamichi taasiifameef kan argamaniiru jedhameera.