Mariin ummataa dhimmoota haala yeroo biyyaalessaafi naannoo irratti xiyyeeffate Godina Gaamootti gaggeeffamaa jira

124

Amajji, 22/2015(TOI) - Marii ummataa dhimmoota haala yeroo biyyaalessaafi naannoo irratti xiyyeeffate godina Gaamootti gaggeeffamaa jira.

Waltajjii marii kanarratti Waajjira Ministira Muummeetti Ministirri Qindeessaa Sirna Dimokiraasii Obbo Abrahaam Allehenyi deetaa Ministira Indaastirii Obbo Taarreqeny Bulbultaafi naannoo kibbaatti itti waamamaan mootummaa Obbo Xilahuun Kabbadaa argamaniiru.

Yaanni ka'umsaa Carraafi qormaata jijjiirama biyyaalessaa irratti dhihaatee irratti mari’atamaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015