Obbo Mogas Baalchaa Gabramadihiin Sadarkaa Kantibaa Itti aanaatti Ittigaafatamaa Waajjira Qindeessaa Ijaarsa magaalichaa ta'anii muudaman - ENA Afaan Oromoo
Obbo Mogas Baalchaa Gabramadihiin Sadarkaa Kantibaa Itti aanaatti Ittigaafatamaa Waajjira Qindeessaa Ijaarsa magaalichaa ta'anii muudaman

Amajji, 12/2015(TOI) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Obbo Mogas Baalchaa Gabramadihiin Sadarkaa Kantibaa Itti aanaatti Ittigaafatamaa Waajjira Qindeessaa Ijaarsa Sirna Dimookiraasii bulchiinsa magaalaa Finfinnee taasiisuun muuduusaani ragaan waajjira kantiibaa magaalichaarra argme ni mul'isa.