Manni Amantaa Kiristaana Kaatolikii Itoophiyaa ayaana Cuuphaa sirna amantaa adda addaa raawwachuun kabaja jira. - ENA Afaan Oromoo
Manni Amantaa Kiristaana Kaatolikii Itoophiyaa ayaana Cuuphaa sirna amantaa adda addaa raawwachuun kabaja jira.

Amajji, 11/2015(TOI) - Manni Amantaa Kiristaana Kaatolikii Itoophiyaa mana amantaa Kaatolikii Ledataa Maaramiitti ayyaana Cuuphaa sirna amantaa adda addaa raawwachuun kabaja jira.
Kabajaa kanarratti abbootii amantaa, hordoftoota amantichaafi kanneen biroon argamaniiru.
Mana amantaa Kaatolikii Itoophiyaatti qulqulluu Liqa Phaaphaas Biraana Iyyaasuus Suraafeel ayyaana cuuphaa yeroo kabajnu walii walii keenya jaalachuu, walii yaaduufi tokkommaan ta'uu qaba.
Hodoftoonni amantichaas ayyaanicha kabajuu kan qaban hojii tola ooltummaa hojjechuudhaan ta'uu qaba jedhaniiru.