Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa jiraatoota godina Wallagga Lixaa waliin mariyachaa jiru - ENA Afaan Oromoo
Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa jiraatoota godina Wallagga Lixaa waliin mariyachaa jiru

Amajji, 9/2015(TOI) - Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa jiraatoota godina Wallagga Lixaa aanaalee adda addaarra walitti dhufan waliin magaalaa Gimbiitti haala yeroo irratti mariyachaa jiru.
Obbo Shimallis Abdiisaa kaleessa jiraatoota godina Wallagga Bahaa waliin haala yeroo irratti magaalaa Naqamteetti mariyachuun isaanii ni yaadatama.