Koreen qindeessaa farra malaan maltummaa biyyaaleessaa hojii haga ammaatti hojjete bakka Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad argamanitti gamagame. - ENA Afaan Oromoo
Koreen qindeessaa farra malaan maltummaa biyyaaleessaa hojii haga ammaatti hojjete bakka Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad argamanitti gamagame.
126
Amajji, 3/2015(TOI) - Koreen qindeessaa farra malaan maltummaa biyyaaleessaa hojii haga ammaatti hojjete bakka Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad argamanitti gamagame.
Haga ammaatti uummatarraa yakki malaan mantummaa hedduun eeruun qaqqabuu himaniiru.
Koreen kunis haga ammaatti eeruwwan kun gama seeraan akka qulqulleeffaman taasisuun galmeewwan qorannoo 110 akka banaman taasisuu ragaan waajjira Ministira Muummee irraa argame ni muli'isa.