Aadde Adaanach Abeebee Ayyaana Qillee sababeeffachuun Artistootaaf kennaa manaa gumaachan

107

Mudde, 27/2015(TOI) - Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Ayyaana Qillee sababeeffachuun Artistoota bebbeekamoof kennaa manaa gumaachan.

Kennaa manaa kana kan taasisanis kutaa maagaalaa Qiirqoos naannawa Mana Barumsaa 'Ya Libbee Faanaa' jedhamuun beekamuutti.

Artistoonni har’a kennaan kun taasifameefis Yilmaa Gabra’aab, Geetaachoo Kaasaa, Ashannaafii Kabbadaa, Shaambal Balaaynaafi haadha Artisti Masfin Geetaachoo kan dhiyeenya lubbuun darbeef ta’uun ibsameera.

Dabalataanis Aadde Adaanach harka qal’eeyyiifis kennaawwan garagaraa gumaachuusaaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015