Fiigichi qaxxaamura biyyaa "Jahaan Meedaa " Sulultaatti gaggeeffamaa jira

165

Mudde 23/2015 (TOI) - Fiigichi Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa "Jahaan Meedaa" 40ffaan magaalaa Sulultaatti gaggeeffaamaa jira.

Fiigicha kanarratti Atleetoonni kumni 1 fi 29 ol hirmaachaa jiraqchuu ragaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaarraa argame ni mul'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015