Baankiin Gadaa har'a ifatti tajaajila kennuu jalqabe

155

Mudde, 15/2015(TOI) - Baankiin Gadaa bakka Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaafi aangawoonni mootummaa olaanaan argamanitti har'a ifatti hojii jalqabeera.

Sirnicharratti bulchaan Baankii Biyyaalessaa Doktar Yinnaagar Dasees argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015