Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Baankii Addunyaa waliin mari’atan. - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Baankii Addunyaa waliin mari’atan.
93
Mudde 6/2015- Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Baankii Addunyaa waliin mari’atan.
Marii isaaniin hojilee fooyya’iinsa Itoophiyaatti gaggeeffamaa jiran deeggaruurratti, pirezidaanticha waliin mari’chuusaanii tiwitara isaaniirratti ibsaniiru.
Nageenyi deebi’uun oomishtummaa fi carraa hojii cimsuun, ajandaa ce’umsa diingdee saffisiisuuf carraa kan uumu ta’uu himan.