Waancaa addunyaa 22ffaa irratti taphatoota goolii baay'ee galcha - ENA Afaan Oromoo
Waancaa addunyaa 22ffaa irratti taphatoota goolii baay'ee galcha

Mudde 3/2015(TOI) - Waancaa addunyaa 22ffaa qopheesummaa Kaataariin geggeeffamaa jirurratti taphatoota haga ammaatti goolii baay'ee galchan keessaa,
? Kiliyaan Mibaappee Faransaayirraa goolii 5
? Liyoneel Meesii Arjantiinaarra goolii 4
? Oliivar Juuruu Faransaayiraa goolii 4
? Gonkoloo Raamos Purchugaalirraa goolii 3
?Oliivar Moraataa Ispeen irraa goolii 3
? Koodi Gappikoo Nezarlaanidirraa goolii 3