Waancaa Addunyaan har'a Kirooshiyaan, Biraazil waliin, Arjentiinaan Neezarlaanid waliin nuusa xumuraa darbuuf ni taphatu. - ENA Afaan Oromoo
Waancaa Addunyaan har'a Kirooshiyaan, Biraazil waliin, Arjentiinaan Neezarlaanid waliin nuusa xumuraa darbuuf ni taphatu.

Sadaasa 30/2015 (TOI) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa Qopheessummaa Kaadaariin geggeeffamaa jiruun har'a taphoonni Nuusa xumuraa 2 ni taphatamu.
Galgala sa'aatii 12:00 irraa eegalee Kirooshiyaan Biraaziil waliin walakkaa xumuraaf darbuuf falmiin taasiisan ni eegama.
Akkasumas galgala sa'aatii 4:00 irraa jalqabee Neezarlaand Arjentiinaa waliin falmiin taasiisan xiyyeeffannoo argateera.