Hojjettoonni Ministeera Dhimma Alaa fi dhaabbileen ministeerichaaf Itti waamaman, Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itoophiyaa fi Guyyaa farra malaammaltummaa kabajatan.

103

Sadaasa 27/2015(TOI) - Hojjettoonni Ministeera Dhimma Alaa fi dhaabbileen ministeerichaaf Itti waamaman, Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itoophiyaa fi Guyyaa farra malaammaltummaa kabajatan.

Hojjettoonni Ministeera Dhimma Alaa fi dhaabbileen ministeerichaaf Itti waamaman Guyyaa Saboota,Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 17ffaa fi Guyyaa farra malaammaltummaa waloon waajjirasaanitti kabajataniiru.


Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015