Hinditti sababa riqichi jigeen lubbuu namootaa darbeefi kan miidhaan irra gaheef gadduu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.

67

Onkoloolessa 21/2015(TOI) - Hinditti sababa riqichi jigeen lubbuu namootaa darbeefi kanneen miidhaan irra gaheef gadduu Ministeerri Dhimma Alaa FDRI ibse

Ministeerichi ibsa gaddaa karaa miidiyaa hawaasummaa dabarseen balaa kanaan maatii lammilee labbuusaan dhabanii, kanneen miidhamaniifi mootummaa Hindiif ibsa gaddaa dabarseera.

Lammileen miidhaan irra gahe miidhaa irra gaheerra dafanii akka fayyaan hawii qabu dhaameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015