Doktar Abiy Ahimd Ministira Muummee Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mariyatan

120

Onkoloolessa 14/2015(TOI) - Ministirrii Muummee FDRI Doktar Abiy Ahimd Ministira Muummee Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin dhimmota waloo waantota cimsan irratti mariyachuu isaanii beeksisaniiru.

Doktar Abiy Ahimad ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaanii dabarsaniin Ministira Muummee Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin dhimmoota waloofi walitti dhufeenya biyyoota lamaanii haala gaariin waantoota caalaatti cimsan irratti mariyachuu himaniiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015