Sagantaan Baatii Nageenya Saayibarii Biyyaalessaa 3ffaa Jalqabame

7

Onkoloolessa  01/2015 (TOI)- Sagantaan baatii nageenya saayibarii biyyaalessaa 3ffaa jecha “nageenyi saayibarii birmadummaa biyyaaf” jedhuun jalqabameera.

Baatiin nageenya saayibarii Onkoloolessa 1 bara 2015 amma Onkoloolessa 30/2015tti kan adeemsifamu ta’uusaa bulchiinsi nageenya odeeffannoo beeksiseera.

Baniinsa sagantaa kanaarratti anga’oonni mootummaa olaanoofi qooda fudhattoonni dame kanaa argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015