Har'a Godambaa saayinsii Itoophiyaa eebbifneerra

105

Fulbaana 24/2015(TOI) - "Har'a Godambaa Saayinsii Itoophiyaa eebbifnee banneerra. Agarsiisa teknolojii eegalsiifneerra.

Yaa'ii Artifiishaal Intelejensii Paan Afrikaa isa jalqabaa ta'es jalqabsiifneerra.

Hundisaaniiyyuu tattaaffii Afrikaa gara dijitaalaatti ceessisuun humneessuuf taasifnu keessatti walitti hidhataaf, walirraa baruufi akka ardiitti waliin kalaquuf baay'ee kan barbaachisaniidha.''(Ministira Muummee doktar Abiyyi Ahmad)

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015