Muummeen Ministiraa Abiyyi Ahmad Muuziyeemii Saayinsii Eebbisanii Banan - ENA Afaan Oromoo
Muummeen Ministiraa Abiyyi Ahmad Muuziyeemii Saayinsii Eebbisanii Banan
120
Fulbaana 24 /2015 (TOI)-Muummeen ministiraa Abiyyi Ahmad muuziyeemii saayinsii eebbisanii banan.
Muuziyeemiin kun lafa keektaara 6 tuqaa 78 irratti kan ijaarame yoo ta’u, gamoo saayinsiifi Artii walitti kan qabatedha.
Guddina saayinsii Itiyoophiyaatiif gumaacha guddaa akka qabu eerameera.
Eebba muuziyeemii kana cinaatti yaa’iin artifishaala Intelejensii paan Afriikaa adeemsifamaa jira.