Itoophiyaanonni Gamtaa Emireetoota Arabaafi Jibutii jiraataan waamichaa haala yeroo Itoophiyaaf doolaara kuma 576 fi 681 walitti qaban.

70

Itoophiyaanonni Gamtaa Emireetoota Arabaafi Jibutii jiraataan waamichaa haala yeroo Itoophiyaaf doolaara kuma 576 fi 681 walitti qaban.

Fulbaana 18/2015(TOI) - Itoophiyaanonni Gamtaa Emireetoota Arabaafi Jibutii jiraataan waamichaa haala yeroo Itoophiyaaf doolaara kuma 576 fi 681 walitti qaban.Haaluma kanaan Gamtaa Emireetoota Arbaa kan jiraatan doolaara kuma 560 akkasuma kan Jibutii jiraatan immoo doolaa kuma 8 fi 160 walitti qabaniiru.

Deeggarsa kanas kan walitti qabee Gamtaa Emireetoota Arbaatti Waldaa hawaasa Itoophiyaa yoo ta'u, gurgurtaa Kupponii, dippiloomaatota misiyoonichaafi hojjetootarra ta'uun himameera.

Deeggarsi kunis Waldaa hawaasa Itoophiyaa Abudaabii doolaara kuma 274fi Jibutiitti Waldaan hawaasa Itoophiyaas doolaara kuma 8fi 169 kan walitti qabe yoo ta'u deeggarsa kanas Jibutiitti ambaasaaddara Itoophiyaa ambaasaaddar Biraanuu Tsaggayeetti dabarsanii laataniiru. Isaas deeggarsa taasifameef galateeffataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015