Ayyaanni Daamaraa Masqalaa magaaloota naannoleetti sirna ho'aan kabajamaa jira.

152

Fulbaana 16/2015(TOI) - Ayyaanni Daamaraa Masqalaa Magaaloota naannoolee adda addaatti haala ho'aan kabajamaa jira

Ayyaanicji magaalaa Dabrabiraan, Injibaaraa, Gondor, Saqoxaa, Gandahuhaa, Jijjigaa, Arbaamiinci, Harar, Hawaasaa, Miizan amaan, fi magaaloota biyyatti birootti sirna amantaan bakka abbootiin amantaafi hordoftoonni amantaa argamanitti kabajamaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015