Obbo Dammaqaa Mokonniin ibsa gaddaa du'aan boqochuu mootittii Elzaabeex 2ffaa ilaalchisuun qophaa'eeratti mallatoosaanii kaa'aan

78

Fulbaana 4/2015(TOI) - Itti aanaa Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin ibsa gaddaa du'aan boqochuu mootittii Elzaabeex 2ffaa ilaalchisuun qophaa'eeratti mallatoosaanii kaa'aan.

Mootittiin Elzaabee 2ffaan torban darbe gaafa Kamisaa du'aan boqochuun isaanii ni yaadatama.

Sirni awwaalcha Mootittii Elzaabeex 2ffaa Fulbaana 9/2015 akka raawwatamu beekameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015