Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Finfinnee naannawwaa Awaaree jedhamutti mana harka qalleeyyiif ijaarsisaan dabarsanii kennaniif. - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Finfinnee naannawwaa Awaaree jedhamutti mana harka qalleeyyiif ijaarsisaan dabarsanii kennaniif.

Qaammee 1/2014(TOI) - Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Finfinnee naannawwaa Awaaree jedhamutti mana harka qalleeyyiif ijaarsisaan dabarsanii kennaniif.
Hojiin kuns hojii mana harka qalleeyyii haaromsuu Ministirri Muummee doktar Abiy Ahimadiin bara kana jalqabaman keessaa tokko ta'uu ragaan Waajjira ministira muummee irraa argame ni muli'isa.