Obbo Isaayyas Jiraa Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa ta’uun irra deebiin filatanan. - ENA Afaan Oromoo
Obbo Isaayyas Jiraa Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa ta’uun irra deebiin filatanan.
100
Hagayya 22/2014(TOI) - Obbo Isaayyas Jiraa waggoota arfan dhufaniif Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa Pireezidaantummaan akka gaggeessaniif irraa deebiin filatamaniiru.