''Bara darbee raawwiin hojii daldala alaa jajjabeessaa ta'e argameera."

78

Adoolessa 27/2014(TOI) - Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad bara darbee raawwiin hojii daldala alaa jajjabeessaa ta'efi dabaluun invastimaantii alaa kallattiin mul'ateera jedhan.

Koreen maakiroo Ikonomii walaga'ii keenya geggeessineera kan jedhan doktar Abiy ji'oota lamaan darbanitti qaala'insi jireenyaa xiqqaateera, hojiin ashaaraa magariisaa guddaan hojjetameera, hojii tola ooltummaa Daballii Remitaansifi raawwiin hojii teknoolojiidhaan deeggarame kan itti galmaa'e ta'uu mirkaneessineerra.

Mikaa'inni argame bara kanas cimanii akka itti fufuu akka qaban karaa miidiyaa hawaasummaa isaanii beeksisaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015