Manni Marichaa Bajata mootummaa federaalaa bara 2015 qarshii biiliyoona 786.61 raggaasise

108

Waxabajjii, 30/2014(TOI) - Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa bajata mootummaa federaalaa bara 2015 qarshii biiliyoona 786.61 dhiyaateef raggaassie.

Manni marichaa walga’ii idilee 6ffaa waggaa 1ffaa gaggeesseen wixinee baajata bara 2015 fi dhimmoota yeroo biyyaalessaarratti erga mari’ateen booda baajaticha sagalee caalmaan raggaaseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015