Obbo Shimallis Abdiisaa Pirojeektota adda addaa eebbisuuf Godina Gujii magaalaa Nagalee galan.

92

Waxabajjii, 23/2014(TOI) - Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa pirojeektota misoomaa adda addaa eebbisuuf godina Gujii magaalaa Nagallee galan.

Obbo Shimallis magaalaa Nagallee yeroo isaan gahan Abbootiin gadaa, jaarsoliin biyyaafi hoggantoonni godinaa aanalee akkasu hawaasni simanna taasiseefira.

Obbo Shimallis pirojeektota adda addaa godinichatti hojjetaman ni eebbisu jedhamee eeggama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015