Obbo Shimallis Abdiisaa Pirezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Ta'uun Muudamaniiru

202

Ebla 10/2011 Yaa'iin Ariifachiisaa caffee Oromiyaa wal ga’ii ariifachiisaa har’a adeemsiseen Obbo Shimallis Abdiisaa Pirezidaantii itti aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa taasisuun muudeera.

Yaa’iin ariifachiisaa Caffee Oromiyaa 4ffaa, Waggaa 4ffaa bara hojii 5ffaa guyyaa har’aa ta'aameen muudamni kun kan kenname.  

Qabsoo fi dheebuun saba keenyaa hanga galma gahutti eessattu hojjennu ummata Oromoo bakka nu buufate waan ta'eef gamtaa, tokkummaa, dirqama seenaan nutti kenne cimnee ni bahanna jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa duraanii Obbo Lammaa Magarsaa.

Maddi :- OBN

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015