Obbo Zhaanxiraar Abbaay kutaa magaalaa Addis Katamaatti hojii manneen harka qalleeyyii haaromsu eegalchiisan - ENA Afaan Oromoo
Obbo Zhaanxiraar Abbaay kutaa magaalaa Addis Katamaatti hojii manneen harka qalleeyyii haaromsu eegalchiisan
73
Caamsaa 6/2014 (TOI) – Itti aanaan Kantiibaa magaalaa Finfinnee Obbo Zhaanxiraar Abbaay magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti hojii manneen harka qalleeyyii haaromsu eegalchiisaniiru.
Obbo Zhaanxiraar aadaa walgargaarsaa fi deeggarsaa keenya cimsinee itti fufuu qabna jedhaniiru.
Hoji raawwachiiftuun kutaa magaalaa Addis Katamaa aadde Shittaayee Mahaammad gama isaaniin, hojii manneen harka qalleeyyii baatii lamaaf turu kun cimee itti fufaa jechuusaanii ragaan kutaa magaalichaarraa argame ni muul’isa.