Abbootiin qabeenyaa Indiyaa kutaa bulchiinsa Hariyaanaatti argaman damee indaastirii uffataa Itoophiyaarratti bobba’uuf jedhame.

86

Eebla 05/2014(TOI) - Abbootiin qabeenyaa Indiyaa kutaa bulchiinsa Hariyaanaatti argaman damee indaastirii uffataa Itoophiyaarratti bobba’uuf ta’uu Bulchiinsichi beeksise.

Hogganaan Hariiroo Alaa Bulchiinsichaa Anaant Piipaandii akka himanitti haala investimantii mijaa’aa Itoophiyaa jiruun damee indaastirii uffataarratti bobba’uuf mootummaa Itoophiyaa waliin yeroo dhiyootti marii ni taasisna jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015