Yuunivarsiitiin Wachaamoo baratoota Yuunivarsiitii Aksum irraa fudhatee barsiisaa ture eebbisiise.

75

Bitootessa 28/2014(TOI) - Yuunivarsiitiin Wachaamoo Yuunivarsiitii Aksuum sababa waraanaa birmadumma biyyaa kabachiisuuf taasifameen hojii baruu fi barsiisuu adda kan kute irraa baratoota fudhatee barsiisaa ture eebbisiise.

Baratoonni eebbifama kunneen damee barnoota Saayinsii uumamaa, Bizineesiifi Ikonomikisii fi dameewwan birnootaa biroon barnoota isaanii hordofaa kanneen turanidha jedhameera.

Eebba baratoota kanarratti Pireezidaantii Yuunivarsiitichaa doktar Habtaamyy Abbabaa dabalatee hoggantoonni mootummaafi maatiin baratoota argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015