Ministirri Muummee doktar Abiy Ahimad balaa xiyyaaraa Chaayinaatti qaqqabeen gadda itti dhaga’aame ibsan

237

Finfinnee, Bitootessa 14/2014 (TOI) – Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad balaa xiyyaaraa daandii qilleensa Chaayinaa bahaatti qaqqabeen gadda itti dhaga'amee Pireezdaantii Chaayinaa Zhii Jinpiingiif ibsataniiru.

Chaayinaatti xiyyaarri Booyiing 737-800 jedhamu namoota 132 fe’ee imalaa ture kufee namni lubbuun hafe kan hin jirre ta’uu lubbu baraartonni mirkaneeffachuu mootummaan biyyattii beeksisuun isaa kan yaadatamudha.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015