Gambeellaatti waltajjiin marii hawaasaa geggeeffama jira.

63

Bitootessa 14/2014(TOI) - Magaalaa Gambeellaatti waltajjiin marii hawaasaa geggeeffama jira.

Marii kanarratti kutaaleen hawaasa adda addaa 350 ta'an hirmaachaa jiru.

Marii kanas dursaa kan jiran Miseensoota koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa obbo Umood Ujuluu fi Obbo Tsaggayee Maammoodha.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015