Miseensoota Raayyaa Ittisa Biyyaa raawwii hojii olaanaa galmeessisaniif beekkamtiin kenname.

117

Bitootessa 13/2014(TOI) -Miseensoota Raayyaa Ittisa Biyyaa, hojjettoota siiviiliifi qaamolee nageenyaa biroo duula birmadummaa biyyaarratti raawwii hojii olaanaa galmeessisaniif Qajeelcha Fayyaa olaanaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatiin beekkamtiin kenname.

Sagantaa galateeffannaafi beekkamtii laachuu kanaarratti Etaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015