Ministeerrii dhimma alaa ambaasaaddaroota dhiheenya muudaman biyya kamitti akka ramadaman ifa godhe.

102

Bitootessa 8/2014(TOI) - Ministeerrii dhimma alaa ambaasaaddaroota dhiheenya muudaman biyya kamitti akka ramadaman ifa godhe.

Dubbi himaan Ministira dhimma alaa ambaasaaddar Diinaa Muftii har'a miidiyaaleef ibsa laataniiru.

Ibsa isaaniinis akka himanitti Mudde 18/2014 pirezidaantii FDRI Saahileewariq Zawudee ambaasaaddaroota guutuu fi ambaasaaddaroota Itoophiyaa biyyoota adda addaatti bakka bu'aan muuduusaanii yaadachiisaniiru.

Haaluma kanaan ambaasaaddaroonni kunneen biyyi isaan itti ramadaman,

1. Ambaasaaddar Tafarraa Darriboowu - Jaappaan

2. Ambaasaaddar Dassee Daalkee - Kooriyaa kibbaa

3. Ambaasaaddar doktar Silashii Baqqalaa - Ameerikaa

4. Ambaasaaddar Baacaa Dabalee - Keeniyaa

5. Ambaasaaddar Hasan Ibraahiim - Gibtsi

6. Ambaasaaddar Dhaabaa Dabalee - Ruwaandaa

7. Ambaasaaddar Jamaal Bakar - Paakistaan

8. Ambaasaaddar Faayisaal Aliyyuu - Koowataar

9. Ambaasaaddar Isaayyaas Gootaa - Morookoo

10. Ambaasaaddar Tsaggaa'ab Kibaboo - Awustiraaliyaa

11. Ambaasaaddar Mirata'aab Mulugeetaa - Siwiidin

12. Ambaasaaddar Fiqaaduu Bayyanaa Ertiriyaa

Teessoo isaaanii Finfinnee taasifachuun kanneen biyyoota adda addaatti muudaman;

13. Ambaasaaddar Xaafaa Tulluu - Biraaziil

14. Ambaasaaddar doktar Gannat Tashoomee - Kuubaa

15. Ambaasaaddar Shittaayee Minaalee - Kotidivoor

16. Ambaasaaddar Piroofeesar Fiqaaduu Bayyaa- Indooneeziyaa

17. Ambaasaaddar Rashiid Mahaammud - Zimbaabuwee

Ambaasaaddaroota Qosilaa jeneeraalatti ramadaman keessaa;

18. Ambaasaaddar Anteenehee Taarikuun- Gadarifii

19. Ambaasaaddar Akiliiluu Kabbadaa - Dubaay

20. Ambaasaaddar Sayiid Mahaammad - Hargeessaa

21. Ambaasaaddar Awal Wagiriis - Bariiheen

Itti aantoota hoggansa Misiiyoonii ta'anii kanneen muudaman,

22. Ambaasaaddar Asaayyee Alaamaayyoo - Gaanaa

23. Ambaasaaddat Hayilaay Birhaanee - Jarman

24. Ambaasaaddar Buzuneesh Masarat - Hindi

25. Ambaasaaddar Yuuseef Kaasayee - Niwuyoorki

26. Ambaasaaddar Zalaaleem Biraanuu - Washingteen

27. Ambaasaaddar Firtuunaa Dibaakoo - Belljiyeem

28. Ambaasaaddar Warqaalamaawu Dastaa - Keeniyaa

29. Ambaasaaddar Hubisheet Damisee - Ingiliiz

30. Ambaasaaddar Muligeetaa Kalilii - Paakistaan

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015