Ministirri Muummee doktar Abiyyi Ahimad muudama haaraa kennan.

188

Bitootessa 7/2014(TOI) – Ministirri Muummee FDRI doktar Abiyyi Ahimad muudama haaraa kennan.

Haaluma kanaan Obbo Tsaggaa Arraagee, Komishinara Itti aanaa Komishinii Sivil Sarvisii akka ta’aniif doktar Abiyyi muudanii jiru.

Haaluma walfakkaatuun doktar Nigusee Mitikkuu, Daariktara Olaanaa Inistiitiyuutii Hoggansa Hojii ta’uun muudamuu isaanii odeeffanniin Waajjira Ministira Muummee irraa argame ni mul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015