Qulqulluu Abuna Marqoriyoos nagenya, jaalala fi tokkummaan akka jiraannu barnoota nuuf laatanii darbaniiru.

114

Bitootessaa 3/2014(TOI) - Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Qulqulluu Abuna Marqoriyoos nagenya, jaalala fi tokkummaan akka jiraannu barnoota nuuf laatanii darbaniiru.

Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad sirna gaggeessaa Paatriyaarkii 4ffaa Mana Amantaa Ortodooksi Tawaahidoo Itoophiyaa Qulqulluu Abuna Marqoriyoos Addabaabayii Masqalaatti raawwachaa jiru irratti argamaniru.

Isaan waliin Ministira Muummee Ittaanaafi Ministirri Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin, Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoo, Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebee argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015