Koreen Giddugaleessaa Paartii Kooministii Chaayinaa, Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarse. - ENA Afaan Oromoo
Koreen Giddugaleessaa Paartii Kooministii Chaayinaa, Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarse.

Bitooteessa 03/2014(TOI) - Koreen Giddugaleessaa Paartii Kooministii Chaayinaa, Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii dabarse.
Paartichi, yaa'ii waliigalaa 1ffaa Paartiin Badhaadhinaa taa'ee ilaalchiisuun ergaa baga gammaddani dabarseera.

Koreen gidduugaleessaa Paartii Kooministii Chaayinaa ergaa isaatiin michuummaan Paartii Badhaadhinaa waliin qabu gatii guddaa kan itti kennufi hariiroo kana cimsuufi bifa bal'aa taheen akka itti fufu mirkaneessera.