Pireezidaantiin Saahilawarqi Zawdee Itoophiyaatti Ambaasaaddara Eertiraa yeroo hojiisaanii xumuran gaggeessan.

67

Bitootessa 01/2014(TOI) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee Itoophiyaatti Ambaasaaddara Eertiraa Sammaa Ri'isoom yeroo hojiisaanii xumuran gaggeessan.

Pireezidaantiin Saahilawarqi, Ambaasaaddaricha waggoottan sadeen darbaniif hariiroo biyyoota lameeni irratti shoora bahataniif galateeffataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015